Anole Press
20/05/2023
Balaa Tiraafikaa barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabu irra gaheen hedduu gadde.
Akka biyyaattis ta’e akka sabaatti hayyoota baay’inaan 20 ta’an yeroo tokkotti dhabuun hedduu nama gaddisiisa.
Lubbuun isaani haa jannatu maatii fi firoottaniif jajjabina haa kennu.
18/05/2023
"አንድ የኦሮሞ ተወላጅ ከጥቁር አምበሳ ሆስፒታል በዶክተርነት ተመርቆ ከማይ እኔ ስራየን ብለቅ እመርጣለሁ"
ፕሮፌሰር አስራት ወልደየስ (1965)
-------
"አፋን ኦሮሞ አዲስ አበባ ባሉ ትምህርት ቤቶች ውስጥ ተዘምሮበትና ማስተማሪያ ሁኖ ከማይ ሞቴን እመርጣለሁ"
ዶክተር ሲሳይ መንግስቴ (2014)
---------
"በኦሮሚያ ክልል ኦሮሞ ጳጳሳት ከተሾሙ እኔ ሥልጣኔን እለቃለሁ::"
አቡነ ጴጥሮስ (ግንቦት 10/2015)
Daniel Daba
16/05/2023
Itoophiyaan mana hidhaa sabaaf sablammoota akka turte beekamaadha haga ammaattis mana hidhaa sabootati.
Heerri biyyaa waggoota 30 darbaniif bifa barruutin jiru qixa sirriin hojiirra oolu baatus sabootaf haga tokko mirga kan kennee fi eenyummaa saboota awwaalaama ture kan Ifa baasedha.
Heerri biyyaa Amma jiru kun wantoonni fooyya’uu qaban jiraatanis kan akka salphaatti darbamuu miti yoo xiqqaate waggoota 20 dhufaniif heerri biyyaa sabootarratti hundaa’e kun kan itti fufuudha.
Kana darbinee kan biraa barreessina qaamni jedhu yoo jiraate garaa murachuu qaba. Biyyattiis diigamiinsa hamaaf akka hin saaxille of eeggachuu qaba. Keessattuu daangaa naannolee irraa taakkuu takka sharafuuf qaamni barbaadu yoo jiraate biyya Itoophiyaa jedhamtu bittinneessuf akka ta’e beekamuu qaba.
16/05/2023
Mootummaan kun Oromiyaa iddoo heddutti waraana labsee akka jiru beekamaadha.
Yeroo mariin eegalu duuban waraanni guddaan akka banamu beekamus mootummaan akka yaade osoo hin taane kisaara guddaaf saaxilamuu argaa jirra.
Waraanni ammaa godhamaa jiru Mooraa qabsoo Oromoo gabbisutti jira meeshalee gurguddoos dhuunfachuuf danda’eera waraanni Bilisummaa Oromoo.
Waraanni mootummaa harka Kennachu malee lolee W30 dura dhaabbachu akka dadhabe ifatti argaa jirra.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa