Kichuu Sabaa

Kichuu Sabaa

Share

24/11/2022

ummatni Horroo Guduruu Wallaggaa diina qe'ee isaatti isa weeraree qe'ee fi qabeenya isaa barbaadesseef tokkummaan ka'ee falmachuuf waamicha waliif dabarsee diinota isaa bahee faccisaa jira. Oromoon kutaa hundii akka birmattaniif waamicha isinii goonee jirra.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

https://t.me/Kichuu_Sabaa

24/11/2022

Waa'ee Qormaata Kutaa 12 Qabxiin Yoom Gadhiifamaa jenne Biroo Barnoota Gafanee turee Maal Jedhanii ?

Ministerii Barnoota Akka Jedhaanitti Sabaaba Adda addaan Qoormata Biyyooleesa Kan Hin Fuudhanee Waan jiraanif Qoormata Marsaa 2ffaa fi Kennuf Qophiirra Akka jiraan Ibsaaniru.

Waliigalaatti Qabxiin Baratoota Kutaa 12ffaa Qooramtoota Marsaa 2ffaa Booda Akka Ibsamuu Ministerii Barnoota Ibsaaniru .

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

https://t.me/Kichuu_Sabaa

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Canada
Addis Ababa