Odaa Tech

Odaa Tech

Share

03/06/2026

Mee gaaffii kana deebisaa😁

03/06/2026

Qarshii 200 ji'aan qusadhee waggaa meeqattin mana fi konkolaataa bitaa😭😭

02/06/2026

Bilbilli bituuf yaada qabduu? Bilbilli isin bituuf deemtan yoom akka oomishamee beekuu yoo barbaaddan code kanneen fayyadamaa👇👇
Samsung: * #12580*369 #
Other Android Mobiles: * #0000 #
iphone:setting👉about👉Battery👉 Manufacture Date or First Use

Mee amma harkaa qabdan bara kam akka oomishame comment godhaa🙏🙏🙏
Hirriba gaarii qabaadhaa🔥

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Finfinnee
Addis Ababa
1000