Oro Legend

Oro Legend

Share

30/10/2024

Dargaggoonni ijoollee durbaa lama wal faana dabareedhaan gudeedan video n mullisu argamuun nii yaadatama!
Xiyyeeffannoo jabaadhaan hordofuun qaamni nageenyaa warreen video waraaban dabalatee hunda yoo to’atu yakkamaan gammee jedhamu yeroof miliqee jira, ta’us qaamni nageenyaa ammas hordoffii isaa haala bareedaafi jabaa ta’een cimsee jira!
Biiroon dhimma dubartootaa fi daayimman oromiyaa fi komishiniin mirga namoota Ethiopia yeroo gabaabaa keessatti naatoo isin dubartiif dhimmamuun tarkaanfii addaa fudhattan kan nama raajuudha!
Galatoomaa jechuun barbaada!
Yakkamaan kam illee seera jalaa miliqee ba’uu akka hin dandeenyee gamanumaan ibsuun barbaada!
Justice for women🙏

30/08/2024

Ta'itaan dheebodhe🥺

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa