Godu General Trading S.C.
19/01/2026
Miseensonni manajimantii Goduu deeggarsa ijaarsa 'Galma Tokkumma' Magaalaa Bulee Horaatiif gumaata Qr 675,000 ttii tilmaamamu bakka Bulchaa Bulchiinsa Godina Gujii Lixaa obboo Adulaa Hirbaayyee jiranutti kennaniiru.
Sadarkaa ijaarsi galmicha irra jirulle daaw'achuun baay'ee dinqisiifatan...
Goduun gurmuu misaa sifaati.
31/12/2025
Baga bara haareya faranjootaa nageyaan geettan.
Barri ka misaafi sifaa nuuf te'u.
31/12/2025
Godu has signed a BDS agreement with GrowthTip Consulting PLC.
Gurmuu misaafi sifaa
16/12/2025
Request For Proposal (RFP)
For Shakiso Mixed use building..
Gurmuu misaafi sifaa!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Hayahulet Mazoria
Addis Ababa