Tar co

Tar co

Share

مطرو زامن انا في بيلاض عيطوطيا عورومىيا 08/04/2026

مطرو زامن انا في بيلاض عيطوطيا عورومىيا Nyd de videoer og den musik, du holder af, upload originalt indhold, og del det hele med venner, familie og verden på YouTube.

24/02/2026

Hayyuun Islaamaa Abu Ja'far Muhammad bin Muusa Al-Khwaarizmiin bu'uura aljebraa, loogaariizimii fi qajeelfama herrega ammayyawaa kaa'uun addunyaan har'aa kompiwutaraa fi interneetii akka argattu taasiseera.

Ogeeyyiin Jarman gurguddoon akka ragaa ba'anitti, qorannoon herregaa ammayyawaa hundinuu bu'uura inni kaa'e irraa kan madde yoo ta'u, yaad-rimeen "Algorithm" jedhuu fi utubaa teeknoolojii har'aa ta'e maqaadhuma isaa irraa fudhatame. Al-Khwaarizmiin addunyaa saayinsii keessatti "Abbaa Kompiwutaraa" jedhamee kan waamamuufis, yaada isaa malee teeknoolojii ammayyawaa yaaduun waan hin danda'amneefi dha.

Sheeka keenyaaf Rabbi rahmata haa godhu!

NUURALHUDAA Maaltu mudatee Fariyaa Adam @AfaanOromoo #tar_co 24/01/2026

https://www.facebook.com/share/1CMVSWJDGN/

NUURALHUDAA Maaltu mudatee Fariyaa Adam @AfaanOromoo #tar_co Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

#Tarco 17/12/2025

#Tarco Nyd de videoer og den musik, du holder af, upload originalt indhold, og del det hele med venner, familie og verden på YouTube.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa