Chacha MS

Chacha MS

Share

Photos from Chacha MS's post 29/04/2026

‎ 'eel_Amanuu
‎=== ?
‎‎Daani'eel Amanuu
‎Abbaa Tajaajiltoota hedduuti.fakkeenya hojjetoota Wangeelaa danuuti.

‎Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti nama Shaambuu ka'ee Miilaan Suluula Finca'aa, Qarree Waatiyyoo, Daduu, Kombolcha, Finca'aa, Amuruu, Haratoo, Jaartee, Jaardagaa miilaan deemee Waaqayyoo fi saba Waaqayyoo tajaajilaa turedha.

‎Kun naa ta'e, kun naa ta'uu dide, kun bal'ate kun natti dhiphate, maqaa kanatu naa mala, bakka kanatu na ilaallata jedhee isaa hokkora kaasu seenaan isa hin himu. Iji isaa Waamicha isaa qofarra ture.

‎Mootummaa seexanaa Waaqayyo karaa isaa diige hedduudha.
‎Oromiyaa keessa lafa miilli isaa deemee hin tajaajille baay'een hin jiru.
‎Nama Seexanaaf Mootummaa Seexanaatti Abidda Saafaa ta'edha.

‎Dheebuun inni ulfina Waaqayyoof qabu yeroon yaadadhu nan boo'a 😭

‎Sababii ayyaanni isaaf baay'ateef waltajjiin inni irra tajaajilu garaagarummaa qaba. har'a eenyu tajaajilaa gaaffii jedhuuf Dani'eel Amanuu jedhamnaan namni bariidhaan ka'ee bakka qabata.
‎‎_Daani'eel Jaalalatu miila lamaan lafa deema si jechiisiisa.

‎‎ 'a
‎Erga Waggaa 3 as Dhukkuba Dhiibbaa dhiigaa(Strock)n qaamni isaa gar-tokkeen sochii dhaabee, Afaan isaas waan hin dubbanneef daanii durii har'a argaa hin jirru.

‎ ,
‎Amantoonni naannoo sanaa, kan inni dur yeroo fayyaa isaa Rooba fi Caama, Beela fi Dheebuu, Fagoo fi Dhiyoo, Haala nagaaa fi Jeequmsa otuu hin jedhiin jireenya isaa Wareegee isin tajaajilaa ture Hammam keessan kana quba qabduu?

‎Waldooleen Naannoo sana kan yeroo inni fayyaa isaa ture haala namni keessa deemuu hin qabne keessa deemee dhufee isin tajaajilaa ture, har'a yeroo inni kanatti hammam itti deemtanii jirra jettuu?

‎Obboloonni Tajaajila Daanii jaalattan kan fageenya irra jirtan hammam kana quba qabduu?
kana godhaa warri naannoo sana jiraattan dhimma kanarratti hojjedhaa.
Keessumattuu


Lakkoofsi Baankii (Haadha manaa isaaniitiin kan baname):
• Maqaa:
• Baankii daldala Itoophiyaa (CBE): 1000711001739
• Baankii Awaash: 013471724390700

Waan deeggartan naga’ee (screenshot) godhaa karaa keessaa naaf ergaa. Waaqayyo nagaafi fayyaa guutuu isiniif haa kennu. Deeggarsa gootaniif gamanumaan ulfaadhaa!

03/01/2026

✓Yoo kadhatte ni dhaga'a💯
✓Yoo dhageeffatte ni dubbata💯
✓Yoo amante ni hojeta💯

guyyaa milkii qabadha
Çhãçhä D Kûmã

02/08/2025

"ERP (Enterprise Resource Planning) Cloud-based – BI (Business Intelligence) with integrated data for faster, smarter decisions. Modern technology to grow your business

31/08/2024

Jabina Gooftaan anaaf kennuun waan hundumaa gochuu nan danda'a
Flp 4:13
Çhãçhä D Kûmã

09/07/2024

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


AA
Addis Ababa