Michu
11/10/2022
Liqiin xiqqaa jijjiirama guddaa fiduu danda’a. Daldala keessan guddisuuf yeroo liqii fudhattan, carraa galii dabalataa isin argamsiisuu danda'u ni uumtu. Egaa maal eegduree? Odeeffannoo dabalataa waa'ee Michuu argachuuf dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goraa!
ጥቂት ብድር ብዙ እርምጃ ሊያራምድ ይችላል፡፡ ቢዝነስዎን ለማሳደግ ብድር ሲወስዱ፤ የላቀ ገቢ ለማግኘት የሚያስችልዎትን ዕድልም ይፈጥራሉ፡፡ ታዲያ ምን ይጠብቃሉ? ስለምቹ የበለጠ መረጃ ለማግኘት በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ጎራ ይበሉ!
A small loan can have a significant impact. You will have the opportunity to boost your income when you get a loan to expand your firm. So what is holding you back? Visit a nearby coopbank branch to learn more about Michu!
https://coopbankoromia.com.et/michu/
29/09/2022
Imala milkaa’inaarra otoo jirtanii, tarkaanfii keessan otoo addaan hin kutin, dadhabbii fi dhamaatii keessan hambisee, battaluma sanatti gaaffii keessan madaalee maallaqa harka keessaniin kan ga’u, tajaajila liqii dijitaalawaa si’aawaa fi amansisaa!
Damee keenya isinitti dhiyoo jirutti goruun odeeffannoo guutuu argachuu dandeessu!
በስኬት ጉዞ ላይ እንዳሉ እርምጃዎ ሳይቋረጥ ሃሳብንና ድካምን አስቀርቶ የብድር ጥያቄዎን ወዲያውኑ መዝኖ ገንዘብ በእጅዎ የሚገባበት ፈጣን እና አስተማማኝ ዲጂታል የብድር አግልግሎት!
ለበለጠ መረጃ አቅራቢያዎ የሚገኝ ቅርንጫፋችንን ጎራ ብለው ያነጋግሩ!
Instant access to a trustworthy and speedy digital loan service. We review your loan requests and credit money to your account in a matter of minutes. We're here to help you succeed! Visit our nearest branch for details!
https://coopbankoromia.com.et/michu/
11/09/2022
Bara darbe daandii bu'aa qabeessarra imalleerra. Namoota kumaatamaan lakkaa’aman fayyadamtoota Michuu taasisuudhaan mul’ata isaanii akka dhugoomsan gargaarreerra. Bara 2015tti immoo galma maallaqaa keessan ga’uu akka dandeessaniif isin gargaaruuf qophiidha.
Baga bara haaraa geessan!
እስካሁን ትርፋማ በሆነ ጎዳና ተጉዘን፤ በሺዎች የሚቆጠሩ ግለሰቦችን የምቹ ተጠቃሚ በማድረግ ግባቸውን የሚያሳኩበት መንገድ ለማመቻቸት ችለናል፡፡ በ2015 ደግሞ እርሥዎንም የፋይናንስ ግብዎን እንዲያሳኩ ልናደርግዎት ተዘጋጅተናል፡፡
መልካም አዲስ ዓመት!
We have benefited thousands of individuals who have utilized Michu as a profound opportunity, and it has been a tremendous year. Let's now make 2015 the year you achieve your financial objectives.
Happy new year!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Address
Kirkos
Addis Ababa