Hirkoo Tube
17/05/2026
An iPhone pro max qabachuu mitii TECNO tanamu tan screen dha caccabxeen qabacha jira. Gadheetu maaqaa na nyaatee maalee
Roobaa Odaa Hojjii ke nyaadhu
13/05/2026
waa'ee kenyaa kun baay'eema isaa dhibee ture! Goota koo jirta yoomiyyuu onnee kenyaa keessa
12/05/2026
ODUU GADDAA!.
OBBO ZAGAYYEE ASFAAW ABDII DU'AAN ADDUNYAA KANA IRRAA BOQOTAN.
Sirni Fiiwdaalaa qonnaan bulaa Irratti Saamicha Taasifamaa ture mormuudhaan Namni Lafti kan Qotee Bulati jechuun Qabsaayaa ture,Obbo Zagayyee Asfaaw Du'uaan addunyaa kanarraa boqataniiru
Qabsoo sirna ummata keenya qoorqaa bahe san kuffisanii, qonnaan bulaan lafa qotatu irraatti abbaa akka ta'u dandeessise san keessatti maqaan bara baraaan yaadatamu kan Zagayyee Asfaaw Abdiiti
Hayyuu guddaa akkanaa kan waan beekuufi qabu Ummata isaaf gumaacheera .
ODM du'aan Boqotuu Obbo Zagayyee gadda itti dhagahame ibsatee,Maatii,Firoottan fi Hiriyoota isaanii maraan jajjabina hawwa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the business
Address
Addis Ababa