Finfinnee Media Network

Finfinnee Media Network

Share

Photos from Mayor Office of Addis Ababa's post 09/07/2023
Photos from Finfinnee Media Network's post 11/02/2023

Konkolaattota 100 hojii eegalchiisuu
*********
Gaazexaa Bariisaa
"Rakkoo geejibaa magaalaa teenya Finfinnee furuuf qarshii biiliyoona 3.8 baasnee awutobisoota magaalaa ammayyaa istaandaardii idiladdunyaa eeggatan 200 bituun har'a konkolaattota awutobisii 100 hojii eegalchiisuu keenyaan daran gammadneerra.

Magaalaa guddoo keenyatti sochii diinagdeefi hawaasummaa guddachaa dhufe baay'ina ummataa dabalaa jiruun walqabatee tajaajila geejjibaarratti dhiibbaa kaa'e furuuf daandiiwwan ammayyaa'oo ijaaraa jirruun akkasumas sirna tiraafikaa ammayyaawaa dabalataan tajaajilli awutobisii magaalaa hawaasaa babal'isuuf xiyyeeffannoo itti kennuun guyyoottan tarbanuu sa'aatii 24:00 jabaannee dalagaa jirra.

Ji'oota shan dura awutobisoota 110 biraandii Ambassaatiin hojii eegalchiisnee kan turre yoo ta'u, har'ammoo waadaa keenya kabajnee biraandii 'Shaggar'n awutobisoota dabalataa tajaajilaaf qopheessineerra.

Hojiin kun akka dhugoomuuf deeggarsa olaanaa kan nuu taasise dhaabbata Biraayitan hedduu galateeffanna.
Waaqni Itoophiyaafi ummatashee baay'isee yaa eebbisu!!"
- Adaanach Abeebee, KMF

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Bole
Addis Ababa