Biftu Page
10/07/2026
Hordoftoonni keenya Maxxamsaalee hamma ammaa isiniif maxxansaa turte irraa kan isin fayyade kami?
08/07/2026
π¨ MEE DEEBII KEE NUUF KENNI! π¨
Wantoota dhukkubaaf sababa ta'an keessaa mee sadii maqaa isaanii barreessi.
Namoonni hedduun dhukkubni tasuma akka dhufu yaadu. Garuu yeroo baay'ee jireenya keenya keessatti wantoota nuti ofumaan raawwannu irraa maddu.
β Ati maal yaadda?
1οΈβ£ ____________________ 2οΈβ£ ____________________ 3οΈβ£ ____________________
π¬ Yaada kee comment keessatti nuuf barreessi.
π’ Bor keessaa wantoota dhukkubaaf sababa ta'an fi akkamitti of irraa ittisuu akka dandeenyu bal'inaan isiniif dhiyeessina.
β‘οΈ Hordoftoota keetiifis Biftu Page share godhi; beekumsi fayyaa nama baraara.
Biftu Education Jion godhi.
07/07/2026
β οΈ FURDINA GARMALLEE QABDU? DHIIBBAAN ISAA HIN XIQQAATU!
Namoonni hedduun furdina akka mallattoo nageenyaatti ilaalu. Garuu furdinni garmallee yeroo dheeraaf yoo turu dhukkuboota hedduu keessaa balbala banuu danda'a.
ππππππππππͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅πͺ΅
βοΈ Furdinni garmallee: β
Dhiibbaa dhiigaa ol ka'uu β
Dhukkuba sukkaaraa (Type 2) β
Dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa β
Cooma tiruu (fatty liver) β
Rakkoo hafuuraa yeroo rafanii (sleep apnea) β
Dhukkubbii jilbaa fi lafee β
Kolestiroolii ol ka'uu β
Dadhabina qaamaa fi sochii hir'achuu β
Rakkoo hormoonotaa β
Carraa dhukkuboota muraasa kaansarii dabaluun wal qabachuu danda'a.
πππππ’π’π’π’π’π’β
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈβ
οΈ
πΏ Furdina to'achuuf: π₯ Nyaata madaalamaa nyaadhaa. πΆββοΈ Guyyaatti yeroo muraasa socho'aa. π§ Bishaan gahaa dhugaa. π΄ Hirriba gahaa rafaa. π©Ί Rakkoo ulfaatina qaamaa yoo qabaattan ogeessa fayyaa mariisisaa.
π Fayyaan qabeenya guddaadha. Har'a irraa eegalee qaama kee eeggadhu.
π¬ Ati maal yaadda? Muuxannoo kee yaada(Comante) keessaan nuuf qoodi.
Biftu Page Follow,Shet godhi!
Biftu Education Jion godhaa!
07/07/2026
Maxxansi keenya maalirratti isiniif haa xiyyeeyfatu?
Yaada keeysan karaa Comante kennadhaa!
Biftu Education Jion godhaa!
Biftu Page Folliw,Sher,Like godhaa.
fans
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the school
Website
Address
Finfinnee
Addis Ababa