Seenaaf Design
02/10/2022
Miirri kun Dirqama hojii qofarra hin maddu , Jaalala Oromummaa Aada ofiitif qabanif yoo ta'e malee , Gaazexessitoonni Of qusaannoo malee , Onnee Guutuudha Of kennitanii Gabaasa Ayyaana Irreechaa Hojjattan Galata Qabdu !
Miira Addaa Fi kabaja Oromummaa keessanif qabdantu sinirra ifa!
!
https://www.facebook.com/hachhunde/
Aba Biya jirra hundaa baacha
06/12/2021
Barattoonni Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa Magaalaa Buraayyuu Oommisha maatii namoota dirree waraanaa jiranii sassaaban..
Kallattii BBOfi Ministeerri Barnootaa kaa'aniin barattoonni manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa biyyattii keessatti argaman duula birmadummaa biyyaa geggeeffamaa jiru deeggaruuf midhaan sasaaabuu, galaa qopheessuufi hojiiwwan humni isaanii danda'e kan birootti akka hirmaataniif Sadaasa 27 _ Mudde 3/2014tti murteessan barattoonni Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu midhaan maatii duultotaaf sassaabaniiru. Barattoonni kunneen yaada laataniin walabummaa biyya keenyaa eeguuf waan humniifi dandeettiin keenya eyyamu kamuu gochuuf qophiidha jechuu isaanii ragaan Waajjira Komnikeeshinii Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuu irraa arganne ni ifoomsa.
05/12/2021
more
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
6040