Jabaa Electronics

Jabaa Electronics

Share

24/05/2026

Tapha har'a galgala 12:00 irratti taphatamu kana πŸ”₯ Arsenal πŸ†š Crystal Palace Football ClubπŸ”₯ Eenyutu injifata?

🏒 Jabaa Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u; Computer, Laptop, Tablet, bilbiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii kana bakka jirtanitti ni dhiyeessina!
πŸ“ Teessoo Keenya: Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.
πŸ“ž Lakkoofsa Bilbilaa: +251911145101 | +251911717986
Jabaa Electronics

18/05/2026

Taphichi dursummaa Arsenal dhaan golabamee jira baga gammaddan dinqisiifattoonni fi jaalattoonnisaa πŸ˜πŸ‘

1:0
Tilmaamaa badhaafamaa keessan bor ganama adda baafnee sin biraan geenya!
Jabaa Electronics

18/05/2026

πŸ† TILMAAMAA BADHAAFAMAA! Qarshii 3,000! πŸ’°

Tapha cimaa har’a sa’aatii 4:00 irratti ARSENAL fi BURNLEY gidduutti taphatamu tilmaamuun badhaafamaa ta'aa! Namoota tilmaama sirrii kennan keessaa carroomtota 3'f tokkoo tokkoo isaaniif Qarshii 1,000 ni badhaafna.

πŸ“Œ Ulaagaalee Dorgommichaa:
1️⃣ Share & Follow: Post kana Like fi Share godhaa, akkasumas Page keenya Follow gochuu hin irraanfatinaa.
2️⃣ Seera: Tilmaama keessan 'Edit' gochuun ykn si'a tokkoo ol tilmaamuun dorgommicha irraa isin haqsiisa.

⚠️ Hubachiisa: Badhaafamuuf ulaagaalee kana hunda guutuun dirqama!

🌟 JABAA ELECTRONICS πŸ”Œ

Meeshaalee Elektirooniksii 'Original' ta'an wabii (Warranty) amansiisaa waliin gatii madaalawaan isiniif dhiyeessina.
πŸ›’ Meeshalee Nuti Dhiyeessinu Keessaa:
β€’ πŸ’» Laptops: HP, Dell, Lenovo
β€’ πŸ“± Bilbiloota: iPhone, Samsung, Tecno
β€’ πŸ“Ί Smart TV: LG, Samsung, Syinix
β€’ 🎹 Keyboards & Printers: Gosa hunda.
🚚 Tajaajila Geejjibaa (Delivery) saffisaa bakka jirtanitti isiniif dhiyeessina!
πŸ“ Teessoo: Boolee Madaaniyalem, Oromia Tower.
πŸ“ž Bilbila: +251 91 114 5101
πŸ€

Photos from Jabaa Electronics's post 17/05/2026

iPhone 17 Pro Max Storage:-256GB / 512GB,πŸ’₯
Discount baay'ee gaariidhaan nu biraa argattu, /Teesson : Boolee galma barkumee duuba Gamoo Oromiyaa irratti argamna.
Jabaa Electronics
0911145101
0911717986

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Finfinne Bole Medhanealem, Oromia Tower
Addis Ababa
1000