DechasTeha

DechasTeha

Share

04/09/2025
Photos from Abiy Ahmed Ali's post 26/08/2024
26/08/2024

Badhaadhinni bu'aa ida'amuuti!
************
Daandiin keenya ida’amuu, galmi keenya badhaadhina yeroo jennu kaayyoon keenya inni guddaan Itoophiyaan waggoottan darban keessa injifannoo siyaasaa fi hunda galeessa galmeessite eeguu fi babal’isuu, akkasumas dogoggorawwan hanga ammaatti raawwataman sirreessuun faayidaa fi fedhii dhaloota dhufu galmaan ga’uudha!

Daandii Ida’amuurra imalaa kan jirru Badhaadhina bira ga'uufi. Fuul-durri keenya, Itoophiyaa fi ummata isheef bara guddinaa, bara ifaa, bara misoomaa fi badhaadhinaati. Barri guddummaas dhufaa jira!!
Dukkana keessaa baanee ifa arguun abjuu keenya waloo waan ta’eef yaadama ida’amuutin imala gara badhaadhinaatti taasifnu cimsuutu nurraa eegama.

04/04/2024

Alhamdulillaahi!!!!

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa