Ethio piece
28/07/2021
Obbo Dammaqa Makonnin itti aantu barreessitu ijaarsa dhimma siiyaasaa fi nageenyaa dhabbata biyyoota gamtoomani waliin mari’atan.
Roozmarii Dikaarloo waliin kan mari’atan Ministirri mummee itti aanaa fi Ministirri dhimma alaa Obbo Dammaqa Makonnin,dhimma naannoo Tigraay irratti ibsa laataniru.
Motummaan qonnaan bultoonni naannichaa, Waqtii roobatti akka fayyadaman fi deeggarsa namoomaa argataniif, yaaliin dhukaasa dhaabu garee shororkessaa ABUT’n hojiirra hin olee jedhan.
Gareen shororkessaa ABUT gochaa badii isaatiin yoo itti fuufees, gama mootummaa Itoophiyaatiin kutannoo dhukaasa dhaabu akka qabu Obbo Dammaqan itti himaniru.
Sarara deegarsaa namoomaa Daandi Finfinnee -Jibuutii danquuf yaaliin taasifame ibsuun,hawaasa idila addunyaa abdii kutachiisuuf haleellaa haaraa kutaa biyyatti Kaaba- Bahaatti jalqabeera jedha.
Dhimma hidha haroomsa guddicha ilaalchise ibsa laataniin, dhimmicha siyaasaafi kan idila addunyaa taasisun faayidaa akka hin qabne hubachisan.
Adeemsii marii Gamtaa Afriikaatiin ilallame mari’atoota hundaa furmaata akka ta’u dhabbanni biyyoota gamtoomani gahee akka bahatu himame.
Itti aantuun ijaarsa dhimma siiyaasaa fi nageenyaa dhabbata biyyoota gamtoomani Roozmarii Dikaarloo gama isaanitiin, murtoo walii galaa deegarsa namoomaaf dhukaasa dhaabu gama mootummaatiin taasifame jajaan
Maddi fbc afan oromoo suuraan kan bbc tii
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa