Keyr Distribution

Keyr Distribution

Share

22/08/2023

...!๐Ÿ‘‡

ุชุงุฑูƒ ุงู„ุตู„ุงุฉ..!!
๐Ÿ‘‰ Wajjiin hin taa'aamu...
ู„ุง ูŠูุฌุงู„ุณุŒ
๐Ÿ‘‰ Wajjiin nyaatanii dhuguu hin barbaachisu...
ูˆู„ุง ูŠูุงู“ูƒู„ุŒ ูˆู„ุง ูŠูุดุงุฑุจุŒ
๐Ÿ‘‰ Yaamicha yoo namaaf godhe.. Yaamichi isaa hin awwaatamu..
ูˆู„ุง ุชูุฌุงุจ ู„ู‡ ุฏุนูˆุฉ,
๐Ÿ‘‰ Cidhaafis...waraqaa cidhaa itti hin kennatan..
ูˆู„ุง ูŠูุฏุนู‰ ุงู•ู„ู‰ ูˆู„ูŠู…ุฉ
๐Ÿ‘‰ Haasofni isaas fudhatama hin qabu ykn hin dhugo'omsamu..
ูˆู„ุง ูŠูุตุฏูŽู‘ู‚ุŒ
๐Ÿ‘‰ Hin amanamu....
ูˆู„ุง ูŠููˆู”ุชู…ู†ุŒ
๐Ÿ‘‰ Imalas wajjiin deemuu hin barbaachisu...
ูˆู„ุง ูŠูุฑุงูู‚ุŒ
๐Ÿ‘‰ Intalas hin kennaniif...irraallee hin fuudhan...
ู„ุง ูŠูุฒูˆูŽู‘ุฌุŒ
๐Ÿ‘‰ Yoo du'es hin dhiqamu ykn hin xahaarfamu...
ูˆู„ุง ูŠูุบุณู„ุŒ
๐Ÿ‘‰ Hin keefanamus....
ูˆู„ุง ูŠููƒูู†ุŒ
๐Ÿ‘‰Qabrii muslimtootaa keessattis hin awwaalamu....
ูˆู„ุง ูŠูู‚ุจุฑ ููŠ ู…ู‚ุงุจุฑ ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู†ุŒ !
โœ Garaagarumaan gidduu keenyaaf isaanii jiru Salaata qofa...namni salaata dhiise isaanitti dhaqqabee jira.

01/04/2023

*Nama Rabbi sodaatu Rabbiin (sw) Waa 4 isaaf
taha
1 Kharaa furmaataa isaa godha
2 Amrii isaa isaaf laaffisa
3 Dilii isaa isaaf dhiisa/Maara
4 Sawaaba isaa isaaf guddisa
*Namni Waa 4 Dalage isaaniif nageenyi tahaadha
isaan warra Qajeelerraahi
1 Nama kennaa argate irratti galata galchu
2 Nama Balaan adda addaa itti buutee Obse
3 Nama nama Miidhee Araarama gaafate
4 Nama ofii Miidhamee Dhiifama Namaaf
godheef
*Namni waa 4 dalage Imaanni isaa guutame
1 Rabbiif jecha jaalachuu
2 Rabbiif jecha jibbuu
3 Rabbiif jecha kennaa kennachuu
4 Rabbiif jecha Dhoowwachuu
*Waa 4 Sabachiiftuu/Raggaasiftuu Jannataati
1 Nyaata Nyaachisuu
2 Salaamtaa facaasuu
3 Jecha/Haasawa toluu
4 Salaata Halkanii dhaabbachuu
*Namni 4 jannata hin seenu
1 Doqna/Doyna
2 Ganaa Namaa / Nama Baaylama diigu
3 Mootii Ummatatti Hamtuu yaadu
4 Nama Horii walitti qabee Haqa isaa irraa hin
baafne

01/04/2023

Rakaโ€™a lama salaata fajrii dura abadan hin dhiisin!

Aaishaan Rabbi irraa haa jaalatuu akki jette, โ€œNabiyyiin sallallaahu aleeyhi wasallam salaata sunnaa tokkollee hanga rakaโ€™aa lamaan fajrii ka jabeeysu hin taaneโ€ bukhaarii: 1163 muslim: 724

Nabiyyiin sallallaahu aleeyhi wasallam akki jeโ€™e, โ€œrakaโ€™aa lamaan sunnaa fajrii suni duniyaa guuturra jaalatamtuudha gama kiyyattiโ€ muslim: 725

Hadiisa biraa keeysatti, โ€œrakaโ€™aa lamaan sunnaa fajrii sun duniyaa fii waan isii keeysa jiru hundarra caaltiโ€

Ammas Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki jedhe โ€œsuuraa lamaan salaata sunnaa fajrii keessatti qaraโ€™amtu tahuun way waa tolee suuraa ikhlaasii fii kaafiruunโ€

Eega sunnaan hangana sadarkaa qabaatte, eega Nabiin hangana jabeesse, atis jabeeffachuu qabda.

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


AA
Addis Ababa
RD37