Private school

Private school

Share

19/11/2025
04/12/2024

Bunaa fi Qola Bunaa
fi gidduu garaagarummaa guddaatu jira.Bunni(qishira) hangaan xixiqqaa ta'us Kan baayyee barbaachisuu fi Isa gati jabeessadha.bakka tokko bakka biraatti socho'ufis cunqursaa guddaatu irra gaha.
garuu hangaan gurguddaa ta'us namni kamiyyuu Kan Isa hin barbaanne, Kan gatamuu fi haala yeroo irratti hundaa'un qilleensi gara barbaadetti Kan oofudha.


fi.k.k.f Kan hin qabnedha.
Ati Isa gati jabeessa.Kaayyoo kee atis beekta, Anis beeka, Uummatichis beeka kanaaf si jaallanna, si dinqisiifannas.
Qamadii fi ingirdaadi Adda ba'uun isaanii waan hin oollef adda ba'a jiru, Adda ba'us qabu. Yaada kooti๐Ÿ˜๐Ÿ˜

11/11/2024

English

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Jemo
Addis Ababa