Sololo Times

Sololo Times

Share

31/05/2026

OPDO/Bilxiginnaan Korojoo kaardiin itti guutame sana baqqachiisaa jirti. Boruuf bakkeewwan Kaameraan waraabuu qabu qofatu hafe.

Abiyyi ahimed korojoon akka hin tu'atamne irratti qofa jabaadhaa jechuun ajaja dabarsee jira. Yetaabatu🙂

31/05/2026

በኦሮሚያ በተለያዩ ስፍራዎች የጸጥታ ሁኔታዎች እየከፉ በመምጣታቸዉ፤ ምርጫ አስፈጻሚ ተብዬ ካድሬዎች በመሸሽ ላይ መሆናቸዉ ታዉቋል። ሚልሻ እና ልዩ ሃይሉ በተቻለ መጠን ለህዝቡ የተበተነዉን የምርጫ ካርድ እንድሰበስቡ ታዘዋል።

31/05/2026

OPDOn Qalqalloo guutame atattamaan gara Zoonotatti guura jirti😊

31/05/2026

Kaardii Filannoo jettu sana saffisaan warra itti kenniterraa deebistee funaanachaa jirti OPDOn😀

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa