Bright Way /Xurree Ifaa/

Bright Way /Xurree Ifaa/

Share

10/10/2021

Which one of the following cannot be a set?
A) P= { x:x is people that enjoy at Sheger
Park}
B) G = { y:y is women living in Addis
Ababa}
C) F = { x:x is stars on the sky}
D) T = {z:z is parts of the body of adult
human being}

01/06/2021

QOBQOBBII AMEERIKAA FI EGEREE ITOOPHIYAA............. Qobqobbii Ameerikaan qondaaltota Mootummaa Itoophiyaa irra keesse irratti hundaa'ee hedduun keenya dallannee turre; kuunis ni gammanne; gariin ni rifanne. Yoo nu kuffisuu baate hunda keenya gatantarsuun hin hafu. Garuu, kan nama dallansiisuus, kan nama gammachiisuus, kan nama rifachiisuus, kan nama sodaachisus miti. Kan nama sodaachisuu qabu gareeleen siyaasaa fedha, rakkina, duudhaa fi xinsammuu ummata bakka bu'anii sirnaan beekuu dhabuu; dhaabbileen siyaasaa dargomaa cimaa ta'uu danda'an filannoo irratti hirmaachuu dhabuu, fi kiyya fi keetiidhaan wal-dhiibuu fi sanyummaadha. Hundaa ol kan baay'isee nama sodaachisu inni guddaan kan biraa immoo walabummaa fi haqa-qabeessummaa filannoo dura keenya jiruuti. Gaafa kuni irraa gore qobqobbii Ameerikaatirra qobqobbiin ummanni kaawu ni cima. "Of eegaa sirbi," jette adurree jedhan. Gaarii nu haa dhageessisu!

Want your establishment to be the top-listed Bar/pub in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


ADDIS ABABA
Addis Ababa