Gadaa Bank
03/06/2026
Ergaa of eeggannoo Baankii Gadaa irraa!
Yeroon waraqaan eenyummaa biyyaallessaa (Faayidaan) lakkoofsa herrega Baankii waliin walitti hidhuu dhumaatee jira.
Haata’u malee, namootni tokko tokko isin gowwoomsuf Baankii Gadaa irraa isiniif bilbilla jedhanii namoota dogoggorsuuf yaala akka jiran hubannee jirra.
Kanaafuu,odeeffannoo lakkoofsa herrega Baankii keessanii waliin wal qabatu ykn lakkoofsa iccitii keessanii qaama sadaffaa kamiifuu akka hin kennine cimsine isin yaadachiifna.
Rakkoon herrega keessaniin walqabatee yoo isin mudate damee Baankii Gadaa isinitti dhiyoo jiru deemuun ykn bilbila bilisaa 641 irratti bilbiluun mirkaneeffachuu dandeessu.
Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa
የጥንቃቄ መልእክት ከገዳ ባንክ!
የፋይዳ መለያ ቁጥር (Fayda ID) ከባንክ አካውንት ጋር የማስተሳሰሪያ ጊዜ በመጠናቀቁ፣ የገዳ ባንክ ሰራተኛ ነን በማለት የሚደውሉ አጭበርባሪዎች እንዳሉ ለመረዳት ችለናል፡፡ ስለሆነም ሚስጥራዊ የባንክ መረጃዎን፣ ማለትም የይለፍ ቃልዎን እና የሒሳብ ቁጥርዎን ለማንኛውም ሶስተኛ ወገን አሳልፈው እንዳይሰጡ እያሳሰብን ከሒሳብዎ ጋር የተገናኙ ችግሮች ሲያጋጥምዎ በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የገዳ ባንክ ቅርንጫፍ በመሄድ ወይም በ641 ነፃ መስመር ብቻ በመደወል ያረጋግጡ፡፡
ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትውልድ ባንክ
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial
X: https://x.com/gadaabanksc
Youtube: https://www.youtube.com/-Bank
29/05/2026
Barnoota irratti inveesti gochuun jireenya keessatti milkaa’inaaf tarkaanfii ijoodha. Gadaa Al Raayyaan milkaa'ina kana dhugoomsuuf, Herreega Qusannaa Barnootaa/Taelim Mudarabah/ dhiyeessuun, Imala milkaa'inaa ammuma jalqabaa jedha!
Investing in education is a key step toward success in life. Gadaa Al Rayyan offers an Education/Taelim Mudarabah/ Saving Account to make this success a reality. Begin your success journey Now!
በትምህርት ላይ መዋዕለ ንዋይዎን ማፍሰስ ለነገ የህይወት ስኬት አንዱ እርምጃ ነው፡፡ ገዳ አል ራያን ይህን የስኬት መንገድ ዕውን ሊያረግ ታዕሊም ሙዳረባህ የቁጠባ ሂሳብ እነሆ ይላችኃል፡፡
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial
X: https://x.com/gadaabanksc
Youtube: https://www.youtube.com/-Bank
26/05/2026
Baga Ayyaana Iid Al Adahaa(Arafaa) Waggaa 1447ffaa Nagaan Geessan!
Id-Mubaarak!
Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!
እንኳን ለ1447ኛው የኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሳችሁ!
ኢድ-ሙባረክ!
ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትውልድ ባንክ
Follow Gadaa Bank on:
Facebook: https://www.facebook.com/gadaabanksc
Instagram: https://www.instagram.com/gadaabanksc/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/gadaa-bank-sc
Telegram: https://t.me/GadaaBankOfficial
X: https://x.com/gadaabanksc
Youtube: https://www.youtube.com/-Bank
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Gotera
Addis Ababa
1000