Anuwar shafi

Anuwar shafi

Share

Photos from Anuwar shafi's post 07/09/2025

Amma Rabbiin aalamatti dubbataa jira. Akeekkachiisas yaadachiisas.

Nu kan itti dubbatame warra qajeelu inni nu haa godhu.

Yaa Rabbi, nuti araarama sirraa barbaanna, kadhaa keenya dhiifama gabricha miidhaa hojjattuu, wal miituu, daangaa walitti dabrituu, haqa keefi kan waliitti ceetuu akka nuuf qeebaltu si kadhanna, araarama si gaafanna, yaa Rabbii keenya, tawbaas akka nuuf laaffistu, nurraas akka simattu gara kees akka nu siqsitu si kadhanna, gaaddisa rahmata kee jala nu taasisi, adabbii kee jalannu hin qabin, Rahmatummaa keen, tola keen, dandeettiifi quwwaa keen yaa Allaah

Want your business to be the top-listed Photography Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Jimma
Addis Ababa