Gadaa istar Business Group
06/09/2023
Horii furdisuu
Dachee kanarra namni akka jiraatuuf hojiiwwan qonnaa murteessoodha. Akka ragaaleen tokko tokko kaasanitti, gaafa jireenya dhala namaa durii yaadannu , dhalli namaa qaroomina ammayyaa kanatti osoon madaqin dura , bara adamoon jiraachuutti aansee kan dhufe hojii qonnaatiin jiraachuu ture jedhu . Kanaafi hojiin qonnaa utubaa dinagdee biyyaati kan jedhamuufis.
Dameewwan hojii qonnaa keessaa horii furdisuun isa tokkoodha. Biyyoonni baayyeen horii furdisuun , foon , gogaa fi leexoo gabaaf dhiyeessuun duroomaniiru. Biyyoota horii furdisuun bu’aa guddaa argachuun akka addunyaatti beekaman keessaa Biraazil,Hindii fi Chaayianaan wal duraa duubaan sadarkaa 1ffaa,2ffaa fi 3ffaa qabatanii jiru. Akka ragaan nuti arganne mul’isutti Addunyaa kanarraa biyyi loon furdisuun sadarkaa olaanaa irra jirtu Biraazil yoo taatu, loon miliyoona 211tti tilmaamamu qabdi. Industiriin loonii biyyattii tilmaamaan doolaara biiliyoona 150 kan qabu yoo ta'u, addunyaa irratti foon loonii biyya alaatti erguun sadarkaa guddaa qabdi.
Horii kanas kan furdisan teekinooloojii ammayya’etti dhimma ba’uuni. Muuxannoon biyyoota kanaa yoo gara biyya keenyaa dhufe jireenya hawaasa keenyaa jijjiiruu keessatti qoodnisaa guddaa taa’a. Biyya qilleensa mijataa hojii kanaaf toltu waan qabnuuf.
Dhaabbanni Gadaa Istaar Biizinas giruuppi sheer kaampaaniin hojii horii furdisuu kana damee hojii qonnaa isaa jalatti hojjechuuf haalota mijatoo hunda uumee jira. Namoonni mul’ata kana tumsuun deebii gaaffii hawaasa keenyaa ta’uuf fedhii qabdanis afeeramtaniittu. Kanaafuu Aksiyoona keenya bitachuun nu waliin hojjedhaan waamicha keenya.
Gadaa Istaar Biizinas giruuppii sheer kaampaanii waliin egereen keenya ifa.
Nuti isin keessa , isinis nu keessa
Hub; Aksiyoona keenya dame baankotaa gaafadhaa
Odeeffannoo dabalataaf; +251928002828, /0930313333
02/09/2023
Horsiisa Lukkuu
Hojiin Qonnaa dameewwan addaa addaa of jalaa qaba. Isaan keessaaa dameen horsiisa Lukuu is tokkoodha. Horsiisa lukkuu jechuun indaaqolee horsiisanii buphaa fi foon irraa argachuudha. Foonii fi buphaa kana ammoo gabaaf dhiyeessanii maallaqa ittiin argamsiisuudhaan dingdee biyyaa keessatti hirmaachisuun ni dandaa’ama.
Dhaabbanni horsiisa lukkuu guddaan addunyaa irratti beekamu T fi T dha. Bakki argama isaa biyya Taayilaandi. Dhaabbatichi waggaatti galii doolaara biiliyoona 1 ol horsiisa lukkuu kana irraa kan galchu yoo ta’u,hanqaaquu biiliyoona 1 ol oomisha.
As gara biyya keenyaatti yoo deebinu ammo sirni horsiisa lukkuu dhibbeentaa 95-98 tti kan tilmaamamu yoo ta’u, qorannoo gabaa ga’aa irratti xiyyeeffachuu dhabuu isaatiin bu’aa yaadame hin argamsiine. Akka ragaan tokko tokko mul’isutti , yeroo ammaa kana Itiyoophiyaatti oomishni wucoo lukkuu miiliyoona 57dha.
Dhaabbanni Gadaa Istaar Bizinas Giruppi Sheer Kaampaaniin , dameelee hojii isaa keessaa tokko kan ta’ee dame qonnaa jalatti horsiisa lukkuu irratti hojjechuuf murteessuun hojiitti seenee jira.
Kanas fedhii fi hanqina dhiyeessii jiran giddu galeessa godhachuun furmaata waaraa fiduufi. Kanaafuu dhaabbatni kun hojii kana jalqabee waan jiruuf, kottaa waliin hojjennaa jechuun isin afeeraa jira.
Gadaa Istaar Bizinasii waliin egereen keenya Ifaadha.
Isin nu keessa, nuti isin keessa
Hub. Aksiyoona keenya gurguraa waan jirruuf damee baankotaa irraas ni argattu.
Odeeffannoo dabalataaf ;+251928002828, +251930313333
30/08/2023
Gadaa IStar Business is a visionary share company. It plans to carry out the development with an initial capital of Birr 23 billion. The organization is working day and night to quench the thirst of the community for development. The company has four sister companies. They are G-Jila, G-Farm, G-Plus, and G-Empire. We mentioned this work in our last post. Today, let’s look at G-Farm, one of the sister companies in the Gada Star Business Group. G-Farm [Agriculture] Agriculture is the backbone of a country’s development. There is no person or country in the world that lives without agriculture. But their technology and production methods may differ. G-Farm [Agriculture] The planned agricultural operation includes five sister companies. They are dairy production, cattle fattening, poultry breeding, spice production, and vegetable production. These sister companies under G-Farm [Agriculture] use modern technologies in their existing ways to accelerate their intended goals. It is estimated that when the farm is fully operated, it will create job opportunities for up to 30,000 people. We have a river-crossing vision and good dreams, and we ask you to come and work with us. You have to approach it to believe it.
Our future is bright with Gadaa Star Business Group.
You are in us, and we are in you.
Note Our shares are available from the banking branch.
16/08/2023
Gadaa Istar Business Group share company
The economy plays an important role in everything, from an individual's life to the survival of a country. Any competition by societies around the world is for economic power. The Gadaa IStar Business Group is a company that started to strengthen our community economically. This was started by Biniyam Hailu, a young entrepreneur who worked tirelessly and believed that change could be achieved by working. The company is working on all four development wings mentioned in our previous post. It is to prepare you to approach and work with this organization, as the organization is run by people for people's sake. Our shares are being sold. The price of a share is ten thousand birr. One person has the right to buy more than ten shares. Ask for bank branches and become a family for us by buying. Gadaa Star Business Group share company. Our future is bright. You are in us, and we are in you.
07/08/2023
Addunyaa kanarratti kaampaanotni haadhoo ta’un kan biro of jalatti qaban danuudha. Isaan keessaa yeroo amma kana akka addunyaatti bu’aa guddaa buufachuun kan beekamu Kaampaanii Waareen Buufetiidha.
Innis maqaa Berkshire Hathaway jedhamuun kan beekamuudha. Kaampaanichis gama dinagdeen gumaacha guddaa agarsiisaa jira. Fknf; Xiyyaara oomishee gabaaf dhiyeessuu, oomisha huuccuu fi inshuraansii dhaanis beekama. Berkshire hojii hojjetee fi bu’aa guddaa argachuun kabaja guddaa kan qabu yoo ta'u, dhaabbilee addunyaa gurguddoo fi dhiibbaa uumuu danda’an keessaa tokko dha. Berkshire Hathaway dhaabbilee 50 ol keessatti aksiyoona harka caalu qaba. Kana jechuunis Kaampaanoonni kunniin dinagdee nama dhuunfaa jedhamuurra darbuun dinagdee biyyaa keessatti qoodni isaanii guddaadha.
As gara biyya keenyaatti gaafa deebinu , hawaasni biyya keenyaa sadarkaa ofii jiraachuurra darbee waan akkanaa yaaduun ulfaataadha. Garuu dhiyeenya kana Kaampaaniin Gadaa Istaar Bizinas Giruuppi Sheer Kaampaniin jedhamu furmaata waaraa hawaasa keenyaaf qabatee dhufeera. Kuni waan biyyoota fagootti gurraan dhageenyu nu keessaatti nu waliin hojjechuuf haalota barbaachisoo mara fixee hojiitti seeneera. Maxxansaalee keenya yeroo garaa garaatti akkuma isin biraan ga’uuf yaalaa turretti , Kaampaaniin kun dameelee yoo irratti hojjetaman bu’aa guddaa argamsiisuu dandaa’aan afur of jalatti qabatee jira. Kanaafuu dhaabbata kanaa waliin hojjechuun akka waan dhagaa tokkoon simbira lamaa’ isa jedhamu sanaati. Fedhii Hawaasaa guutaa harka biraan ammoo madda galii godhachuu akka jechuuti.
Gadaa Istaar Bizinas Giruuppi Sheer Kaampaniin kottaa waliin hojjenna jedha.
Odeeffannoo guutuuf gara waajjira keenyaa kottaa nu dubbisaa!
Bakki argama keenyaa Magaalaa Finfinnee , iddoo addaa Meksikoo waajjira poolisii 5ffaa cina.
Hub. Aksiyoona keenya dame baankotaa irraa ni argattu.
Gadaa Istaar Bizinas giruuppi Sheer Kaampaanii waliin Fuuldurri keenya ifa.
Isin nu keessa, nutis Isin keessa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Mexico
Addis Ababa