New Day

New Day

Share

09/11/2024

Shaneen Itti Fufiinsaan Diigamaa Jirti.

Shaneen qindoomina uummataa fi qaamolee nageenyaatiin diigamaa jirti.
Godina Arsiitti miseesotni ABO Shanee hedduun meeshaa guutuu waliin harka kennataa jiru. Uummatni Godinichaa humna badii kana saaxiluu fi hordoffii itti fufiinsa qabu taasisuudhaan yeroo xumuraatiif of keessaa buqqisaa jira.

19/07/2024

መረጃ‼️

አዲሱ በእስክንድር ነጋ የተመሰረተው የአማራ ፋኖ ሕዝባዊ ድርጅትን አመሰራረትን በመቃወም በዋርካው ምሬ ወዳጆ የሚመራው የአማራ ፋኖ በወሎ; የሸዋ ጠቅላይ እዝ የሚመራው ኮማንደር አሰግድ መኮንን እና
በዘመነ ካሴ የሚመራው የአማራ ፋኖ በጎጃም እዝ የአቋም መግለጫ አወጡ::

የውስጥ መረጃ እንደደረሰኝ ከሆነ እነዚህ ሶስቱ አደረጃጀቶች የራሳቸው አንድ ወጥ ፋኖ በመመስረት መሪነቱን ለዘመነ ካሴ ለመስጠት ተስማምተዋል::

በመጨረሻም "ወንድም ወንድሙ ላይ ይነሳል አንዱ አንድን ያጠፋል"
#ጃውሳ

09/07/2024

Waadaa gochaan dhugoomsaa imala Badhaadhina Biyya keenyaa milkeessina!
----
Mootummaan waadaa uummata isaaf gale qabatamaan dhugoomsuun gaaffiilee uummanni kaasuuf bu'uuraalee misoomaa garaa garaa hojjetee fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf pirojektoota hedduu baajata guddaa ramaduun hojjetee tajaajilaaf banaa taasisuun karoora imala badhaadhina biyya keenyaa galma yaadameen ga'aa jira.

06/07/2024

Pirojektoota: Goolabneeti Ittiin Bulla Malee, Hinbubulchinu!

Pirojektoota eebbaaf qophaa’an keessaa pirojektoonni 7,636 birrii bil. 61.58 baajata mootummaatiin, pirojektoonni 13,028 birrii bil. 17.85 tajaajila lammummaatiin kan dalagaman dalagamanii jiru.

26/06/2024

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Addis Ababa