Agape Gospel Media
06/11/2024
“I’m the president, Jesus Christ is king” Donald Trump
Congratulations mr president
The difference between former US president Trump and Kamala is clear like light and dark.
Kamala’s bad vision has failed 😞 baga kufte seexanummaa kee fudhate
24/10/2024
²⁸ Waa'ee koof yoo ta'e garuu, Waaqayyotti dhi'aachuun anaaf gaarii dha; yaa Waaqayyo gooftaa, hojii kee hundumaa himuudhaaf, ani da'oo si godhadheera.
Macaafa Faarfannaa 73:28
22/10/2024
Wangeela Kiristoos tajaajilu
Hojjechuu
naannoo Asoosaa barri
Jabaadhu Mitiku Busa
¹¹ Akkuma nuyi dur isinitti himnetti jireenya gabii jiraachuu, maayii keessan dhimma baafachuu, waan ittiin jiraattan argachuudhaaf harka keessaniin itti dadhabdanii hojjechuu ulfinatti lakkaa'adhaa!
=1 Gara Warra Tasaloniiqee 4:11b
⁹ Obboloota nana! Hojiitti isiniif dadhabuu keenya in yaadattu; nuyi isin keessaa nama tokkotti illee ba'aa akka hin taaneef halkanii fi guyyaa waan nu barbaachisuuf hojjechaa, wangeela Waaqayyoo isinitti lallabne.
1 Gara Warra Tasaloniiqee 2:9
11/10/2024
Welcome
Fayera Abdisa
11/10/2024
!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa