Tokkummaa

Tokkummaa

Share

15/05/2023

“DURAANUU”
Duraanuun gaabbidha, gaabbinis barnoota,gaabbanii walii dhiisaniit baraaruu dhaloota. Duraanuu,sababni danqama keenyaa wal dhaba keenya.!
Artist Galaana Gaaromsaa & Join Ahmed Abbamilki
Jabba fi abbaatu jabeeffata.

28/02/2023

Mootummaan Naannoo Oromiyaa beekamti adda kennuufi qaba.
የኦሮሚያ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት ልዩ እውቅና መስጠት አለበት ለመሰቴር አብነት ከበደ
Master Abinet Kebede Galatoomi 🥰🙏
*****
Dhugaa Rabbii gurbaan kun jaalalaa fi kabaja inni dhala Namaa hundaaf qabu hedduun ajaa'ibsifadha. Rabbiin nama akka isaa nuuf haa baay'isu

Akka ati jaalala dhala namaaf qabdu caalaatti Rabbiin sihaa jaallatu🙏 SAVE BORANAA😭

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Culinary Team

Attire

Website

Address


Addis Ababa