Matakal dache oromoo
20/05/2025
አንድ ወር ባልሞላ ልዩነት 12 ሰላማዊ ሰዎችን አጥተናል አሰፋ ደረጃ ገርቢ ፈጣሪ ነፍስህን ይቀበል 😭
ቡለን ሆይ ውለታሽ በዛብን ✍️
20/05/2025
Obboleessa Keenya Asafa Dereje Gerbi humnoota hidhatan naannoo Benishaangul-Gumuz keessatti socho.aanin ajjeefame. Ajjeechaan hammeenyaa kun lubbuu nama tokko qofa hin galaafanne.inis mallattoo gaddisiisaa arrabsoo, qeeqa, fi roorroo saaba Kenya irratti xiyyeeffate Oromoota hedduuf naannolee saana keessatti irra deddeebi’ee mul’achaa jiru fi turedha .
qaamolee mootummaa naannoo sanaa gochaalee hammeenyaa fi buqqa’insi saba keenya irra gahaa jiru kana keesa harka kan qaban fakkata .
Bahir Daar irraa kaasee hanga Asosaa, ummanni Oromoo nanno matakka keesa jiratu itti dulli dugugga sanyi irrat geggefama jira .
Ajjeechaan Asafaa Dereje Garbi adeemsa badii qofa osoo hin taane, saganta dugguga sanyi oromoo irratti xiyyeeffatee ummata keenya irratti waggootaaf gaggeeffamaa ture keessaa tokko
Nutti gumma obbolessa Kenya kana Hin baasnu tannan. Humni har’aa ba’af gala uumata Kenya dhorka jiru kun boruu tarkanfi dugugga sanyiti daarbuf human ummata Kenya maddala waan jiru fakkata
Waaqayo inni itti hamanu obboleessa keenya Asafa jannataa haa boqachisu.
Gumma isa du’ee isa jirutu Baasa
Matakkal yeerro eegata maale immiman ishe ilma ishen ni haaqama
18/05/2025
አንድ ሰውዬ በኬኒያ ሀገር ለመታከም ወደ መንግስት ሆስፒታል አቅንቶ 'X-ray' ከተነሳ በኋላ ፣ በጥሩ ጤንነት ላይ ያለች በረሮ ልቡ ውስጥ እንዳለች ይነገረዋል ።
ወደ ሲንጋፖር ሄዶም መታከም እንዳለበት ይነግሩታል።ታማሚውም ወደ ሲንጋፖር ሄዶ ሲታይ ፣ የታየው በረሮ ልቡ ውስጥ ሳይሆን 'X-ray' ከሚያነሳው ማሽን ውስጥ የተገኘ መሆኑን ያስረዱታል ።
ብዙ ግዜ የምናይበትን ነገር ሳናፀዳ አሊያም የምንመለከትበት መስታወት ሳናነፃ የሌላውን እድፍ ለመናገር እንሮጣለን ፣ እድፉ እኛ ምንለው ነገር ሳይሆን አስተሳሰባችን ወይም የምናይበት መነፅር ነው !
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
AA
Addis Ababa
OK