MALOL MEDIA
Jecha qubee D'n jalqabee D 'n xummuramu tokko barreessi mee!😳
MMALOL MEDIA
16/11/2025
✓Dhaabbanni Gargaarsa Galalchaa {GALALCHA CHARITABLE ORGANIZATION} Eebba Hujii misoomaa Dhaabbata Qolansa coffee special export PLC irratti Argamuun Daawwate
=================================================
✓Sadaasa 06/03/2018 Duulli Koree Boordii Dhaabbata Gargaarsa Galalchaa tiin Durfamu Eebba Hujii misoomaa Dhaabbanni Qolaansaa coffee Export PLC irratti Argamuun Daawwataniiru.
✓Dhaabbanni Qolaansaa coffee Export PLC n Hujii misoomaa Qophii Buna Bara 2018 tii jalqabuuf Haala Dureewwaan Kamiiyyu Xumurulleen ibse.
✓Haaluma kanaan -Dura Bu,aan Koree Boordii Dhaabbata Gargaarsa Galalchaa obboo Tegenee Agenyewu Haasaa Godhaniin Dargaggeessa Abbaa Qabeenyaatiifi Hundeessaa Dhaabbata Qolansa coffee special export PLC tiin Hujiin ATI jalqadde kna Jabaatee Akka itti fuftu gamanumaani itti himan.
✓ Akkasuma Dhaabbanni sunilleen Dhaabbata Yeroo Ammaa kana CAARRAA Hujii Namoota Baayyeef Kennuu irratti argama
✓Hirmaatoonni Koree Dhaabbata Gargaarsa Galalchaa, Qaamolee Moottumma Fi Haawwaasi Daawwannaaf Eebba tanarratti hirmaatani Hujiin Dargaggeessa Lafaa Dhufaan Araarsaan Gaawolee hojjate kana Baasonfatani.
Waan-nama Gammachiisuu Dargaggoon Kuni Yeroo Muraasaan keessatti Dhabbilee Hedduu hundeessuun CAARRAA Hujii lammiillee Baayyeef Uumuun Namoonni Biroolleen Akka Ifi Dande,anu tolcheera .ODUU Fuula
MALOL MEDIA oddeefanne!
12/11/2025
Piroofeeser Gammachiis Dastaa Tajaajila afeeraman irraa Maaliif? 🙄
Tokkummaan Amantoota Waldaa 'Qalahiwoot' Hawaasaa Sadaasa 9-14 Sagantaa Konfiraansii hafuuraa qopheeffattee turte. Saganticha irratti akka tajaajilaniif Tajaajiltootni Afeeraman Soortuu fi Faarfataa Taammiraat Haayulee, Soortuu fi Faarfataa Tasfaayee Gabbisoo fi Luba Doktor Gammachiis Dastaa yoo ta'an, Tajaajiltoota afeeraman kana keessaa "Lubni Piroofeeser Gammachiis Dastaa Tokkummaa Waldaa Amantoota Qaalahiywoot tajaajiluu hin qaban" mormiin jedhu namoota tokko tokko irraa waan dhiyaateef Waldittiinis yaada kana dhageessee saganticha akka hin tajaajille .
Dhimma kana irratti Waldattii irraa ibsi dabalataa akka kennamu ni eegama.
?
Luba Piroofeeser Gammee irraa Dogoggorri barsiisaa ni mul'ataa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
Addis Ababa