Sozo Tube

Sozo Tube

Share

23/03/2026

yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti.
Ermiyaas 29:11

17/03/2026

⁷ Dhuguman isinitti hima, yoon adeeme isiniif wayya; yoon adeemuu dhaabaadhe inni isiniif dubbatu gara keessan hin dhufu; ani yoon dhaqe garuu isa isiniifan erga.
⁸ Inni yommuu dhufu waa'ee cubbuu, waa'ee qajeelummaa, waa'ee firdiis, biyya lafaa in hubachiisa.
⁹ Isaan waan anatti hin amanneef, cubbuu isaanii in argisiisa;
¹⁰ ani gara abbaa dhaquu kootiin isinis na arguu dhabuudhaan qajeelummaa koo in argisiisa; yohanis 16:7 🙏♥️

10/03/2026

Darbatamuu illee, akkan kufutti darbatameen ture;
Waaqayyo garuu na gargaare.
Faarfannaa 118:13

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Oromia
Addis Ababa