Gemechis Mohammed Page

Gemechis Mohammed Page

Share

Photos from Gemechis Mohammed Page's post 08/05/2026

Iddoo Tokkoti.
Dhaabileen NGO International Rescue Committee (IRC), The Farm Africa fi One Acre Fund jedhaman gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Galmeen online waan taheef liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇
https://harmeejobs.com/company/farm-africa/

Photos from Gemechis Mohammed Page's post 28/04/2026

Dhaabbanni NGO Plan International fi Charity and Development Association (CDA) jedhamuu gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Deadline: May 6, 2026
Galmeen online waan taheef liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇
https://harmeejobs.com/company/charity-and-development-association-cda/

Photos from Gemechis Mohammed Page's post 27/04/2026

Baankiin Oromiyaa beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan ulaagaa isaa ilaaluun dorgoomuu dandeessu.
Galmeen online waan taheef liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇
https://forms.gle/XLDcgGAwyD2QUEhj6

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa
1000