DANI

DANI

Share

15/05/2026

Akkas jedhee na Gorse Namni Kun:
"Nama ati hiriyyummaa isaa daftee dhaabuu qabdu;
‎~Nama earphone godhatee si bira taa'u yookaan si waliin deemu.
‎~Nama osoo ati bira jirtuu bilbila tuttuquu fi gaafati haasoftu waan biraa yaadu. adaraa adaraa tasuma nama sin dhaggeeffanne waliin hin taa'in!

‎~Nama yeroo baayyattaniu jirtan akka tasaa carraa haasawaa argattee dubbii si saamu, kan isaa Akkas jedhee na Gorse Namni Kun
qofa akka dhaggeeffatamu godhu.
‎~Nama Xiqimaa Xiqimii qofaa sitti dhihaattu.
‎~Nama yeroo dhimma ishee malee sin barbaanne, yeroo dhimma keetii si bira hin jirre, roguma tokkoon illee si furuu hin dandeenye
~Nama ayyaanni kee fi ayyaanni isaa walii hin galle waliin atakaroos, waanuma kamiin safara isaa hin gahin

‎Nama akkasiirra qofaatti bineensi si nyaachuu sii wayya!✌️🙏"

Abdaches Abera

15/05/2026

Beware of dogs, beware of evil workers, beware of the concision.
Phil 3:2

Want your business to be the top-listed Media Company in Hagere Mariam?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Hagere Mariam
DHS