Chala mume
May god bless all of my friends!
11/10/2022
Magaalaa Finfinneetti kan argamu manni barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu rakkoolee adda addaatiif saaxilamaa jiraachuu hawaasni mana barumsichaa himan.
Mana barumsichaatti haalli baruu fi barsiisuu yaaddeessaa ta'ee jira jedhaniiru.
Manni barumsa sadarkaa 2ffaa Jeneraal Waaqoo Guutuu magaalaa Finfinneetti argamu hanqina bu'uraalee barnootaa hamaa keessa akka jiru maddeen himan.
Sababa kanaatiin haalli baruu fi barsiisuu gufataa jiraachuu hawaasni mana barumsichaa OMN tti himan.
Mana barumsichaa irratti dabatu raawwatamaa jira kan jedhan hawaasni mana barumsichaa, hanqinni bu'uuraalee barnootaa kanneen akka kompiitaraa, gabatee adii, manqora yookii kutaa laaboraatoorii, daree barnootaa, bakka bashannanaa, bakka laaqana itti nyaatanii akkasumas manni fincaanii qulqullina isaa eeggate jiraachuu dhabuun rakkoo uumuu himaniiru.
Akkasumas daandiin ittin bahanii fi seenaan dhiphaa ta'uu irraa kan ka'e rakkoo hamaa keessa jiraachuu himan maddeen OMN.
Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/16833/
10/10/2022
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Wednesday | 09:00 - 17:00 |
| Thursday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |