MTM General Trading

MTM General Trading

Share

16/02/2026

Beeksisa Hojii / Job Vacancy / የሥራ ማስታወቂያ 🚨
Dhaabbanni MTM General Trading hojii irratti nama ogummaa fi muuxannoo qabu lama(2) barbaadaa jira.
• Accounting & sales (Senior) – 1 Nama
VAT hojachuu irraati Nama muuxannoo qabu qopheessuu fi sirnaan dhiyeessuu kan danda’u
Accounting system fi financial report irratti muuxannoo kan qabu
Responsible, hojii of danda’ee hojjechuu kan danda’u
Requirements:
~ BA Degree in Accounting/Management or related field
~ Experience in VAT & Tax report is mandatory
~ Good communication skill
• Sales – 1 Nama
Muuxannoo hojii gurgurtaa irratti kan qabu
Maamiltoota waliin hariiroo gaarii uumuu kan danda’u
Kaayyoo gurgurtaa galmaan ga’uuf cimaa kan hojjetu
Requirements:
•Experience in Sales hojii irratti
Strong communication & convincing skill
Afaan Oromoo fi Amharic danda’uun dabalataadha

Bakka Hojii: Teklmanot

CV keessan karaa [email protected]
Telegram: kanaan nu qunnamaa!

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa