DR HAMZA JAMAL

DR HAMZA JAMAL

Share

10/07/2026

godhaa...........
Qaamni Saala dhiira guddaa ta'e yeroo walquunnamtii saala dubartirran miidha gahuu ni danda'aa!??
************************************
Eeyyee, qaamni saalaa dhiiraa garmalee guddaa ta'e qaama saalaa dubartii miidhuu fi dhukkubbiu uumuu ni danda'a.Qaamni saalaa dubartii dabalata dandeettii of babal'isuu qabaatus, yoo quunnamtiin saalaa eeggannoo malee raawwatame ykn qophiin gahaan hin godhamne miidhaan gurguddaan qaqqabuu ni danda'a.
fkn- cofoo ykn cervix miidhu
-qaama saala tarsaasuu
-Goginsa fi rigata uumun qaama saala madeessu
-infekshini fi dhibee daddarboo fiduu.

furmaata fi of eegganno
-Qophii duraa dheeressu
-Zayita Jiidhisituu (Lubricant) Fayyadamu
-Haala Ciisichaa (Positions) Jijjiiruu
-Saffisa Hir'isuu
- waliin mari'achuu fi walii galuu.

💡Yoo dhukkubbiin jabaan ykn dhiigni deddeebi'ee mul'ate, hatattamaan gara doctorii deemanii gorsa argachuun barbaachisaadha.

faaya HAMZA JAMAL

Want your practice to be the top-listed Clinic in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Adama