Picturechallenge

Picturechallenge

Share

Photos from Picturechallenge's post 03/12/2024

03/08/2022

Paartiin Badhaadhinaan ofyaamtu shira addaa Dr Abrahim irratti jalqabdee jirti

Godina Harargee Bahaa Aanoota Hangaasaan Bakka buee Paarlaamaf dorgome keeysa deemani sodaachisudhaan bakka nufhinbu'u jedhaa jechuudhaan Ummata Dirqisisaa Mallattoo walitti qabaa jiraachuun dhagahame

Miseensi paarlamaa Saba gadibahee Rakkoo mootummaan Naannoo Oromiyaa Ummata keehya dararaa jiru erga hime booda dabalataan Waaee Dua Qorannoosaa xumureetin jiraa naeeggadha Jechuunsaa niyaadatama
Sababa kanaf jedhaa Paartiin dhugaadhoysuun beekkamtu Akkuma shiraan Hayyoota keenya galaafachaa jiranitti Ammallee Hangaasa Ibrahim Bakka nuf hinbu'u jedhaa mallateeysaa jechuudhaan Ummata Aanoota
1,Baabilee
2,Gursum
3,Cinaksani fi
4,Jaarsoo
Ummata Aanoota Afran keeysa jiraatan Irraa Malattoo walitti guura juran

25/07/2022

father
Oromoo and his father legend

23/07/2022

Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Oromia
Adama
251