Adama SMART
24/11/2023
Mariin Nageenyaa akkuma itti fufetti jira
Sadaasa 14/2016 (PBKMB)
👉Nagaan Nama Qofaaf Mitii Bineensuu fi Bineeldootni Nagaa Barbaadu
âś…Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Booleetti Mariin Walii galtee dhabuu ABO Shanee fi Mootummaa Itoopiyaa gidduu ture Bu'uura irraa haqa jiru beekuuf Mariin Hojjettoota Siivil Sarvisii Mootummaa Keessatti Qacaramanii hojjechaa jiran Akka Kutaa Magaalaa Booleetti hojjetoota Waliin Marii haala Yeroo Kana Irratti gaggeeffamee Jira.
âś…Fedhiin ABO Shanee Saba Oromoo Cabsuun,Garboomsuuf Diina Saba kanaaf Ergama Kan dhufanidha Malee Qabsoon akkasiin Dantaa Uumataaf jedhan Soba.
âś…Namni hundi nagaa buusuuf Kan duraa caala cimsee Bakka jirutti hojjechuu qaba.
I/G/Waaj.Paartii Badhaadhinaa Obboo Galasoo
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Adaamaa
Adama