Laayoo

Laayoo

Share

26/07/2022

Qabsaawaa guddaa seenaan isaa hin himamin.
"HAAJI AHMADOO HUSSEEN NUUREE"

Haaji Ahmadoon, qabsaawaa gameeysa lafti Oromiyaa biqilchite keeysa hangafa.

Gaafa hurreen gabrummaa ija ummata bal’aa irratti haguugamte, gaafa maqaa Oromoo himachuufii Oromoo tahuun gabroomfattoota Habashaa biratti akka qaanyiifii xiqqeenyaatti laalamaa ture, gaafa maqaa Oromoo fii Oromiyaa himachuun akka xiqqeenyaatti laalamaa ture, Haaji Ahmadoon, qabsaa’oota Oromoo kanneen akka Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa faa wajjiin tahuun warra hurree gabrummaa ummata isaanii irraa saaquuf hoojii guddoo hoojjataa ture irraahi.

*Haaji Ahmadoo Husseen abbaa isaa Husseen Nuuree Bilaaluu fii haadha isaa Raadiyaa Wadaay irraa Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu magaalaa Machaaraa~Miiccataa araddaa Biyyoo keessatti bara mootummaa Haaylesillaasee keessa dhalate.

Haaji Ahmadoo Husseen Nuuree, osoo lubbuun jiruu manguddummaa isa qabdeefii dadhabuu lafee isaa gaafa arge, akkana jachuun dhaammate, "Gaafa Oromoon bilisoomte, qabrii tiyya gubbarra dhaabbadhaati, Oromoon Bilisoomte! Ja'aati qabrii keeysatti natti gad lallabaa." Jachuun hawwii bilisummaa ummata Oromootiif qabu osoo lubbuun jiruu dhaammatee dabre.

Seenaan Haaji Ahmadoo, seenaa Qabrii Soddomaatiin waan walitti hidhattuuf heedduu dheertuudha. Barruu yoo fuula Facebook irratti isiniif maxxante dubbiftanii xumuruu dandeeysanii miti. Seenaa hangana dheerattu akkan itti gabaabsee asirratti isiniif maxxansun dhabe.
Seenaan Haaji Ahmadoo, yoo xiqqaate barruu fuula kitaaba dhibbaa olii keeysatti barreeyfamtu. barreeyfamtesi.
Inshaa Allaah, fuula dura maxxansa kitaabaa irratti arguuf jirtan. Inshaa Allaah.

Rabbiin rahmata isaa haa godhuufii.

Barreessaan Gurraacha Oromoo Harargee (Fiixabaas Muussee)
Fulla Aartii FUGUG

18/07/2022

Baga Itti Cabsite

Finfinneen tessoo Gamta Afrikatii,Kan saba fi sablaamonii keessaa jirataaniidha garu immo Magaalaa guddoo oromiyaatii kana ana mitii duramanu jira .kun tahe oso jiru finfinnetii Afaan oromotiin barachuu fi Faaruu faarfachun mal rakko qaba Karikullamii barnoota Naannoo oromiyaati fudhanee asitiis hojirra olchinee warrii kana mormuu dhaloota akkamii ummuuf deemtan ,jibbiinsa dhaloota ol ademaa jiddutii summii faccafamu kun sirrii mitii Heerii mootummaa mal akka jedhu dursa ilaalaa jedhan
MMM Magaalaa finfinnetiif yeroo debbii kennan dhimma finfinnee irratii Kantiban Magalaa Finfinnee Aaddee Adaneech Abebe!!

Baldaresa dhimma kana ilaachisee akkana jedha "Kantiban Finfinnee Heera mootumma oromiyaa ,finfinneetii hojiirra olchuf deemti jedhe !!
Finfinneen kan oromooti seenaanis seeraanis !!
Kantibaan teenya baga nura itti cabsite

16/07/2022

Abba hiyeessa
guyyaa 15/jul7/2022 du'an adunyaa tanara boqatee rabbiin haa araaramuuf. Maatii fi firroottan isaa rabbiin jajjjabina haa kennuuf.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Steamer Point?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Of Tahu
Steamer Point
ARKEE