Irbuu Entertainment
Welcome to Irbuu Entertainment
Baga Ayyaana Irreechaa Odaa Bulluqiin isin Gahe.
10/01/2023
Dinkisa Debala
RAAJII 7
04/08/2023
⚠️⚠️⚠️
Akeekkachiisa Gama You tuben Dhaabbata Keenyaaf kenname🚫
Akkam Jirtu Hordoftootaaf Jallattoota Artii Hundumti keessan? Dhaabbatni 𝐈𝐫𝐛𝐮𝐮 𝐄𝐧𝐭𝐞𝐫𝐭𝐚𝐢𝐧𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐓𝐮𝐛𝐞 Yeroo dheeraaf Sirboota Aadaaf safuu Akkasumas Warraaqsaa Garaa garaa akka isin biraan gahaa ture nii yaadattu. Haa ta,u malee sababoota garaa garaan Akka Eegaa turtaniin isin bira gahuu hin dandeenye. Yeroo Tokko tokko Haalonni Itti Sirboonni dhiyaatan illee community standard waan nu gaafachiisuus Adabbiirra akka turre Gamanumaan isin beeksisuu yaalla. Ammas Sirba Dhiheenya Gadi lakkisne tokko gubbaatti Waan nu Qabeef Adabbii Guyyoota Sagaltamaa (90Day) Waan nu adabeef Sirboota Dhiheenya Isin beeksisaa turre Akka ammaaf gadi lakkisuu hin dandeenye Cimsinee isin beeksifna. Kanaaf sababni akka ta,u kan godhe, Dhiyeessii dhaabbata keenyaa ta,uu hubannee, Kanaan booda sirboota gara you tube kanaan bahan Seeraan gulaaluun kufinsa ykn Seera you tuben baase hin madaalu taanaan akka dhiyeessuu hin dandeenye Isin beeksisuu barbaanna. Ammas Weellistootni Keenya Yeroo Clip keessan gara keenyatti Fidattan, Seerota You tuben Baase Akka eegeef Qulqullina Akka Qabaatu dursitanii beekuun dirqama keessan ta,a. Yaadota Amma Ka,an kana hin Eegganne taanaan Homaa Waanti Gama You tube kanaan isiniif Gadi Lakkisamu hin jiraatu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the establishment
Telephone
Website
Address
Silver Spring, MD
20906