ABBAA ABDII
12/16/2024
https://youtu.be/HZUYHbCbWv4?si=uw9yxk2klSTSs7Rn
Daaymand Bookee- New Ethiopian Oromo Music Cover 2024! Hojiin koo kun Haaraya waan taheef Share share akkasumas yaada Keessan nuuf gumachuu hin dagatinaa!Yuutuba keenya kanas subscribe godhaa! ...
06/12/2024
Seenaa gaddisiisaa
Gurbaan tokko hiriyyaa isaa waamee akkana jedhe:
Maallaqa na barbaachisa, haati koo dhukkubsattee qorichaaf qarshii hin qabu;
-Hiriyaan isaa akkas jedhee deebiseef: “Tole hiriyaa koo jaallatamaa halkan naaf bilbili” Innis Bilbila bilbilef garuu bilbilli cufame.
- Irra deddeebi'ee bilbiluuf yaale, hamma dadhabutti, hiriyyaa biraa kan isa gargaaruu danda'u barbaaduuf deeme, garuu nama tokkollee hin arganne..
Hiriyaa kana gaddisiisee mufachiise, yeroo baay'ee isa barbaachisutti isa dhiisee bilbila cufe
- Gara manaatti deebi'ee boorsaa qoricha qabu arge, naannoo barcuma haati isaa ciiftee turte.
-Akkana jedheen isaa kana eenyutu fide?
“Hiriyaan kee qoricha kana fide, yeroo muraasa dura gadi ba'e" jetteen Gurbaanis ni kolfee; imimmaan ija isaa keessaa dhangala'ee hiriyyaa isaa barbaaduuf ba'e, Yeroo hiriyyaa isaa argu eessa turte ,Bilbilli ke na dide jedhee gaafate? Hiriyaan sunis akkana jedheen: “bilbila koo gurgureen qoricha haadha keetiif bite” jedheen.
- Hiriyyummaan maal akka ta’e hubattee? Hiriyaan dhugaa gaafa hiriyaan isaa rakkatu harka isaa hin darbu!
Hiriyaan dhugaa obboleessa haadha adda ta'e irraa dhufedha
Rabbiin hiriyyoota gaarii nuuf haa kennu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
04/05/2024