Asliprint
06/07/2026
Ganacsi kasta wuxuu mudan yahay daabacaad tayo leh oo muujinaysa xirfadnimadiisa. Asliprint waxaan kuu haynaa adeegyo daabacaad oo casri ah oo kor u qaadaya sumaddaada (Brand-kaaga). 💎
Ma u baahan tahay SignBoards, BillBoards, Stickers, ama Roll Ups? Waxaan diyaar u nahay inaan si hufan kuugu adeegno.
📲 Nagala soo xiriir: 067 2033379
Follow us: Asliprintt
27/06/2026
📢 Asliprint hojjetaa ogummaa barbaaddi
Asliprint nama ogummaa qabu kan beeksisa boordiilee fi istikaaraa maxxansuu irratti muuxannoo qabu barbaaddi. Namni kun hojii qulqulluu, sirrii fi ogummaa qabu hojjechuu danda’uu qaba.
✅ Ulaagaalee barbaachisan:
• Yoo xiqqaate waggaa 2 muuxannoo hojii qabaachuu
• Beeksisa boordiilee hojjechuu fi dhaabu irratti ogummaa qabaachuu
• Istikaaraa maxxansuu irratti muuxannoo qabaachuu
• Iddoowwan ol ka’oo fi bakka alaa irratti hojjechuu danda’uu
• Naamusa hojii gaarii, itti gaafatamummaa fi qulqullina hojii qabaachuu
📩 Akkaataa Iyyannoo:
Namni iyyatu ragaa muuxannoo hojii isaa fi lakkoofsa bilbilaa isaa dhiyeessuu qaba.
🗓 Yeroo Iyyannoo:
21-06-2026 hanga 29-06-2026
📞 Bilbilaa: +252 63 4414223
Asliprint – Powered by Innovation
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Hargeisa