Ebba Cafe

Ebba Cafe

Share

14/10/2024

Eebbaa Kaaffeen nama hujjii keessummeessaa ykn keessummeessituu hojjachuuf fedhii fi muuxannoo qabu barbaada. Namii fedhii qabdan karaa keessaatiin nu qunnamaa. Ykn lakkoofsa kanaan bilbilaa: 097 034 9134.
Share tolchaa nama beettaniif ergaa kana dabarsaa.

09/10/2024

Eebbaa Kaaffeen magaala Yaaballoo, bulchiinsa aanaa Yaaballoo duuba, gamoo Haajj Abdullahii Shaanqoo haaraa ijaaramuutti jirtu jalaatti argamti. Dhiyaadhaa!

07/10/2024

Juusiin Mangoo injira. Akkasuma juusii telbaa fi bassoo argachuu dandeettan. Fayyaa teessaniif ❤️

Photos from Ebba Cafe's post 04/10/2024

Meenuu Eebba Kaaffee.
Asiitti waan cufa gatii madaalawaan argachuu dandeettan. Yo akka nyaatii duraatti isanii qophaa'u feetan lakkoofsa bilbilaa kanaan waan barbaaddan himadhaa: 0970349134.

Photos from Ebba Cafe's post 28/09/2024

Eebbaa Kaafeetti bergerii /Burger nyaattee beettaa?

Photos from Ebba Cafe's post 27/09/2024

Haa nyaannuu!😋

14/07/2024
Photos from Ebba Cafe's post 06/07/2024

Koottaa nyaadhaa 🍩🍰🍪🍨

01/07/2024

Haa nyaannuu 🍴

04/06/2024

Koottaa buna addaa dhugaa ☕👌

Photos from Ebba Cafe's post 18/05/2024

Ebba Café'n Keekkii gosa feetanii isaniif qopheessuu danda'a. Akkasuma 'cookies' bifa hedduu argachuu dandeettan. Koottaa itti fayyadamaa.
-----------------
You can order cake for any occasion at Ebba Cafe. We also have different types of cookies.

04/05/2024

Hordoftoota amantaa kristaana Itoophiyaa cufaan Baga ittiin isan ga'e Jenna Eebbaa Kaaffee irraa ❤️
Ayyaana nagaa fi Gammachuu isaniif haa ta'uu!

Want your hotel to be the top-listed Hotel in Yabelo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Yaballo Town, Behind District Office
Yabelo

Opening Hours

Monday 07:00 - 21:00
Tuesday 07:00 - 21:00
Wednesday 07:00 - 21:00
Thursday 07:00 - 21:00
Friday 07:00 - 21:00
Saturday 07:00 - 21:00
Sunday 00:00 - 18:00