Singer Amanuel kidane

Singer Amanuel kidane

Share

22/06/2026

obboleessaa Koo Xiinaa kee yoo kabajje Guddaa kee fi Beeka kee iddoo yoo late
wanta sirrii sira baratammaa
Gospel Singer Solomon Adugna
Namaa Xinna Guddaa Kabajuudha
Si'ii Jaalannaa
Singer Amanuel kidane

17/06/2026

Gabaa Rakasaa jechuun mal jechuudha
Bagaa nagaan dhufte

17/06/2026

Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti immoo gowwummaa dha
Wanti gowwummaa Waaqayyoo fakkaatu ogummaa namaa irra in caala, wanti dadhabbii Waaqayyoo fakkaatus jabina namaa irra in caala.
1 Qoronxos 1;'23

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Woliso?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

0913180532
Woliso