Samson Weldegebriel
08/02/2021
“Waaqayyo gaarii dha, yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti, warra isa amanatanis beeka;”Naho. 1:7.
“እግዚኣብሄር ሰናይ እዩ፣ ብመዓልቲ ጸበባ ዕርዲ እዩ፣ ነቶም ኣብኡ እተማዕቈቡ ድማ ይፈልጦም እዩ።”ትንቢት ናሆም 1፥7.
“The LORD is good, a strong hold in the day of trouble; and he knoweth them that trust in him.”Nahum 1:7 (KJV).
02/02/2021
“As the Father hath loved me, so have I loved you: continue ye in my love.”John 15:9 (KJV).
“ከምቲ ኣቦ ኣፍቂሩኒ ዘሎ፡ ኣነውን ከምኡ ኣፍቂረኩም አሎኹ፡ ኣብ ፍቕረይ ጽንዑ።”ወንጌል ዮሐንስ 15፥9.
“"Abbaan akka na jaallate, anis akkasumas isin jaalladheera; jaalala kootti qabamaa jiraadhaa!”Yoh. 15:9.
01/02/2021
“For whom he did foreknow, he also did predestinate to be conformed to the image of his Son, that he might be the firstborn among many brethren.”Romans 8:29 (KJV).
“ነቶም ቀደም ዝፈለጦም፡ ንሱ ንብዙሓት ኣሕዋትሲ በዂሮም ምእንቲ ኪኸውን፡ ንምስሊ ወዱ ኺመስሉ ቐደም መደቦም።”ናብ ሰብ ሮሜ 8፥29.
“Warra duraan dursee beekumsa isaatiin fo'ate, fakkaattii ilma isaa isa obboloota baay'eedhaaf angafa ta'uuf jiru, akka ta'aniif yaadaan isaan qabe.”Rom. 8:29.