Kusa Intelligence

Kusa Intelligence

Share

06/07/2026

Tolaan ilmi Oromoo 😎 waggaa 23f Israel bulchaa akka ture Wangeelli keenya dhugaa ba'a.

Urgeessaa Tuujjoo fi Yeron Eticha Wakjira surprised hin ta'iinaa jechuumaafi. Amantii ganamaa Oromoo isin jettan Wangeela koottaa isatti amanaa😁.

06/07/2026

Qorameetu gartuun dhiiga kootis ilaalamee kan kee ta'ee argame...

03/07/2026

"Boruu booda Waraqaa Eenyummaa Haaraa kana kan hin qabne, bakka jirutti qabamee akka hidhamuuf waan dandeenyu hunda nii goona." Itti gaafatamaa mil*shaa Gola 06 Saajiin Alemu Shura Saketa

Telephone