Hundaaf Tech

Hundaaf Tech

Share

✅✅✅Qarshii 2000 | Badhaasa Marsaa 3ffaa 23/11/2025

https://youtu.be/MxMh63gIKqM

✅✅✅Qarshii 2000 | Badhaasa Marsaa 3ffaa .Hubachiisa: Viidiyoon Kun Amma October 7, 2025 tti Qofa Hojjata (Torbee 2f Qofa)Badhaasni Marsaa 4ffaan Yeroo Subscriber 20,000 Gallu Ni Qophaa'a..Telegram ...

Hundaaf ‣ Internet of Things (IoT) 05/10/2025

Internet of Things (IoT) Jechuun Maal Jechuudha? Internet of Things ykn IoT jechuun meeshaalee waliin connect gochuu danda'an kana malees data ykn information waliif share gochuu kan danda'an kana malees data ykn information sassaaban sana gara cloud computing server'tti erguu kan danda'an yemmuu ta'an, meeshaalee kanneen sensor fi software fayyadamuudhan kan hojjatanidha. Meeshaleen IoT Akkamitti Hojjatu? (How IoT Works) Devices, Sensors, Antenna, Microcontroller: Odeeffannoo ykn data sassaabuf kan fayyadanidha, odeeffannoowan kanneenis odeeffannoo tempreture, movement, Location, Himudity fi kan kana fakkaatan....

Hundaaf ‣ Internet of Things (IoT) Internet of Things (IoT) Jechuun Maal Jechuudha? Internet of Things ykn IoT jechuun meeshaalee waliin connect gochuu danda'an kana malees data..................

Want your business to be the top-listed Media Company in Shewa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Holeta
Shewa