Abdata Robaa
Oomaar Artaan abbaa murtii tapha waancaa Moo'aa Moo'attootaa Awurooppaa ta'uun filatame
AMN PLUS- Waxabajjii 04/2018
Abbaan Murtii lammi Somaaliyaa, Amerikaan Viizaa dhorkite Oomaar Artaan tapha Moo'aa Moo'attootaa Awurooppaa akka gaggeessu filatame.
Oomaar Waancaa Addunyaatiif FIFA'n filamus, Mootummaan Amerikaa Viizaa dhorkachuusaan gara Moqaadishuutti deebi'uun ni yaadatama.
Waldaan Kubbaa Miilaa Awurooppaa UEFA'n garuu tapha Moo'aa Moo'attootaa PSG fi Astoon Viilaa gidduutti taphatamu Oomaar akka gaggeessu filateera.
Injifattoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa fi Waancaa Liigii Awurooppaa kan ta'an PSG fi Astoon Viilaan mootii Awurooppaa ta'uuf Hagayyaa 26, Ostiriyaa magaalaa Saalzibarg Istaadiyeemii Reedbuul Areenaattii falmatu.
Tagany Bafiqaaduuti Qindeesse
31/05/2026
Waan ati hin dubbanne illee kan hubatu, nama dhugaan onnee isaa keessaa jirtuu dha ❣️.
Taxafi Gurubati Wara Kamise
Click here to claim your Sponsored Listing.