Vision Advert

Vision Advert

Share

26/07/2025

Wal Hin Gannuu

'AA
Raajitu Ta'ee Mootin Biyyaa Tokkoo Guyyaa Tokko Dargaaggootaa Biyyaasaf Dorggommii Baadhaasa Addaa Qabu Qophesse
Dorgomichii Wal Baataanii 100km Fiigu dha

Namni Dorggommii kana 1ffaan Xumure
Bara Jiraatu Hundaa Mana mootiti Maaddi Mootirraa Nyaata Mucaa Mootis Jedhama Jedhee

Isa Itti Aanufis Akkasuma Hin Ta'a Jedhee

Dorgomichii Eegalameera Wal Baataani Osooma Fiigaa Jiranii

Kaan Isa Baatamutu Baatamu Dadhabee Isa Baatu Dadhabsiisee Karaatti Wal Buusan

Kaan Ammoo Isa Baatutuu Anis Nama Inni An Baadhus Nama Ani Akkasitti Baadheen Yoon Moo'adhee Inni an Baadhus Anumaa Wajjin Mana Mooti Jiraata maal An Gowwaa Akkamitii Jedhee inaaffan Karaatti Wal Gatan

Baay'een Ammoo Warra Wal Gatee Ilaalanii Karaarratti Wal Gatan Garuu Inuma Fiiguu

Warri Wal Baataanii Jiraani Keessaas Muraasni Maal Dorggommiin Akkasii Mootin Maal Nurraa Qabaa Kan Ba'aan Nu Ajjesuu Jedhee Mooti Kaamachaa Xiqqoo Ergaa Fiigaa Figuchicha Qofa Qofaattii Ba'aa Gattanii Ariitii Dabaliini Fiigu Eegalanii Tokkoo Garuu Warra Kan Hundaa Ilaalee Waan Lama Hubatee

1ffaa Rakkoo Dorgomtoota Kana Figuchaa Dadhabuu Osoo Hin Taane Wal Dadhabuu Ta'uu Hubatee
2ffaa Bu'aan Dorggommii Kanaa Kan Dogomichaa Madaluu Akka Hin Taanee Hubatee Waan Salphaan Waan Waan Guddaatti Milkaa'uu Akka Qabu Morteeffatee Ba'aa isaa Qabatee Boodattii Hafee Suutaa Fiigaa Yeroo Dheera Boodaa Xumura Dogomichaa Ga'uuf Gaafa Jedhuu waan Ajaa'ibaa Argee Warri Karaarratti Wal Buusaani Fiigaa Xuraan Warqeedhaan Faayamanii Gonfoo Mimmidhaaga Matarraa Ka'aatanii Yeroo Arguu Rifaatee Ba'ichaa Gatuus Second Yeroo Isa Haftuu Mootichii Itti Fiigee Ati fi Ba'aan Kee Kan Carroomtanidha

Baay'ee Kan Ulfaatuu Wal Baachuudha Malee Fiiguu Miti Kanaafu Atimmoo Ba'aaKee Hin Gannee Kanaafu Ati Bara Jireenya Kee Na Waliin Jiraatta Maaddi Koorras Nyaattaa .jedheen

Guyyaan Warra Waliif Hin Yaadnee Wal Baachuu Hin Dandeenye Biiftu Malee Ta'aa Dukkanii Isaanis Hin Bari'uu😭

Hamma Asitti Dubbisteeta Taanan Na Hubatta
Salvation Voice
Biratu Dangia

TikTok · SALVATION VOICE ☀️ 11/06/2025

TikTok · SALVATION VOICE ☀️ Check out SALVATION VOICE ☀️’s video.

Hallelujah 🙏🥰🙏 07/06/2025

Salvation Voice

Hallelujah 🙏🥰🙏

Want your business to be the top-listed Media Company in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Nekemte
1000291766734