AWA

AWA

Share

Photos from AWA's post 12/03/2026

“Yeroo tokko tokko hiika hojii koo irratti salphisee ilaala, sababni isaa waan akkasii dhuunfaa ta’e akka namni hundi arguuf/baasuuf baay’ee cimaa natti fakkaata. Tokkoon tokkoon isaanii yaalii garaa koo banuu fi waan dhugaa ta’e barreessuu ture. Nuti jireenya jaalala keenya keessatti hawwii keenya keessaa isa gadi fagoo ta’e—guutummaa fi fayyina argachuuf—wal irratti akka feenu natti fakkaata. Ani nama jaalala irratti baay’ee amanamu, ‘romantic’ ta’ee abdii guddaa qabu, garuu yeroo baay’ee abdii sun na miidha.”- Miles Johnson

06/03/2026

✍️✍️✍️✍️

04/03/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdii B Dabalee, Sabonaa Walaaga, Asladdin Sufiyaan, Darka Damise, Gammaddu Izzaddin, Simbo Nagasa, Tomy Abinet, Abdii Sixoota, Abe Ti, Kululu Adugna, Abee Beyene, Keneni Mosisa, Kumbi Boko Ware

27/02/2026

fakkii qubeessaa
✍️✍️✍️

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Art

Telephone

Address

Nekemte