Singer Getu Tashome
Faarfannaan hin quufamu
Abbaan ishees faarfataadha ; isheenis dibaticha irraa dhaalteetti
Guutummaa faarfannaa kanaa Comment jala isiniif kaa'eera. Itti eebbifamaa !
Share gochuudhaan jajjabeeffachuun kan keenya.
15/06/2025
Cabbii hamaa 😳
Akkuman yeroo darbe maxxansee ture cabbiin magaalaa baakkoof naannoo ishee haala ulfaataa ta'en daran miidheera
Maarree manneetii baay'ee diige ; kanaaf ammas waaqayyoon kadhachuun itti haa fufu .
!
Bokkaa cimaa cabbii makate magaalaa Baakkoo keessatti roobe kanaan miidhaan baay'ee qaqqabee jira. Waldaa kana jalaas manni diigamee qabeenyi baay'een jalaa badeera!kanaaf kadhannaadhaan,Akkasumas waan dandeenyuun bira haa dhabbannu!👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼
1000027802428 CBE
013211099321200 Awash bank
Share
Eebbifamaa!!
13/06/2025
Yoo hojii waaqayyoo dhimmitee hojjette; innimmoo hojii kee si caalaa dhimmee siif hojjeta !
Ani gaafuman fuula waaqa koo duratti dhiyaadhun gammachuudhaan of wallaalaam😚😍
Diddee dhaalta nuun jedhe waaqayyo sagaleesaa nuuf ergee 🙏
Raajii Miky
Raajii Mitee akkan itti isin jaalladhuu❤️❤️❤️
12/06/2025
Yaa Waaqayyo nutti araarami 🥹🙏
Namni hundinuu haa kadhatu!
~~~~~~~~~~~
Maaliif kana goote siin hin jedhamu ati guddaadha Waaqayyo🙏🙏
Roobni cimaan cabbii gurguddaa makatee akka malee roobee fi qilleensi jabaan galgala kana magaalaa baakkootti mudate baay'ee kan nama rifaasisu ta'uutu dubbatamaa jira 🥹
Cabbiin baay'ee gurguddaa ta'e qorqorroo keessa darbee korneesii tatarsaasee mana keessatti harca'e jedhu
Obboloota koo haa kadhannu wanti hundumtuu harkuma isaa jira.
Waaqayyo nutti haa araaramu 🥹🙏
12/06/2025
Irraa hin hafinaa bor irraa eegalee hamma dilbataatti 🙏
Naqamte
Yeroon Abbaa Murtiiti❗️
Mee Al tokko dhaabadhuutii waa ilaali vedio kana sirriitti hamma dhumaatti ilaali🥹
In dubbata
11/06/2025
Nagaan kottu Garree koo❤️
Click here to claim your Sponsored Listing.