ATIS NAMA Foundation
16/05/2026
Obboleessi keenya Barsiisa Alamayyoon Dhukkuba kansarii dhiigaatiin rakkachaa kan jiru maallaqni muraasni walitti qabameefi gara biyya hinditti imalee yaalin taasifamaafi jira. Ha ta'uutii garuu sababa hanqina maallaqaaf yeroo ammaa yaali addaan kutuuf jedha. Hadaraa keessan Lubbu obboleessa keenya haa baraarru🙏
Bor galgala akka Biyya keenyatti sa'aati 2:00pm tti
Akka dubai tti sa'aatii 9:00 Pm
Newyork (Noon) 12:00 Pm
Sagantaa Maallaqa walitti qabuu Tiktok fi facebook ATIS NAMA foundation tiin qopheessine waan jirruuf kottaa waan qabdan hiixadhaafi lubbuu Obboleessa keenya nuuf baraaraa!
Click here to claim your Sponsored Listing.