Halu Woreda Communication

Halu Woreda Communication

Share

Photos from Halu Woreda Communication's post 21/11/2025

=======
Namootni Beeksisi Waajjirri Bulchiinsa Magaalaa Ukkaa Baase Isin Ilaallatu Hunduu Beeksisa Armaan Gadii Dubbisuun Dirqama Keessan Akka Baatan Kabajaan Isin Beeksisna Isiniin Jedha Manni Qopheessaa Magaalaa Ukkaa.

Photos from Halu Woreda Communication's post 31/10/2025

"Barnootni guddina biyyaa gama hundaan milkeessuuf iddoo guddaa qaba"
Onkololeessa 21/2018

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Haluutti mareen dhimmamtoota barnootaa qooda fudhattoota waliin geggeeffamaa jira.
Maree kana irrattis hojii ji'oottan darban hojjetaman ilaaluudhaan kallattiin hojii fuulduraa ni kaa'ama.

Photos from Halu Woreda Communication's post 30/10/2025

Onkololeessa 20/2018
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Haluutti bunni diimaan qofti bu'amuudhaan haala kanaan gogsamaa jira.

Photos from Mattu Town Communication Office's post 21/09/2025
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Metu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Halu Ilu Ababor Oromia
Metu
GOVERNMENTORGANIZATION